Tajaajila Fayyaa Ogummaa fi Maatii Keessaniif Eegumsa Guutuu Kennina
Tajaajila Fayyaa Bal'aa fi Ogummaa Kennina
Magaalaa:
Dr. Mohammed Ahmed
(Ispeshaalistii Ulfaa fi Gadameessaa)
Bilbila:
๐ 0967 726 049
๐ 0967 813 038
Teessoon:
Dandii Olii Irratti, Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Bira, Garaajii Tiyoo Fuula Duratti Argamna
Klinika G/G Wabii Fayyaa klinika dhuunfaa Magaalaa Ciroo, Godina Harargee Lixaa keessatti argamuudha. Tajaajila fayyaa keessatti fayyaa hawwanii fi hadhooli ulfaatiif namusa ogummaa fi qulqullina olanadhaan kennaa jirra.
Tajaajila keenya ogeessoota muxannoo yeroo dheeraa qabanii fi meeshaalee yaala ammayyawadhan fayyadamneeti kan kennaa jirru. Kanaafuu, fayyaa mataa keessanii fi kan maatii keessanitiif filannoon keessaan Kilinika G/galeessa wabii fayyaa haa tahu.
Gargaaraa Pirofeesaraa
Ispeeshalistii Ulfaa fi Gadaameessaa
Muuxannoo waggaa hedduu fayyaa haadholii fi dubartootaa keessatti qaba
Kunuunsa fayyaa amanamaa fi qulqullina guddaa qabdu
Tajaajila hatattamaa guyyaa hunda sa'aatii 24
Tokkoon tokkoon dhukkubsataa keenya xiyyeeffannoo addaa
Unka armaan gadii guutuu ykn WhatsApp irraan nu qunnamaa
Beeksisa: Marsariitiin kun yaala fayyaa hin kenniu. Gorsa fayyaa ogeessa irraa argachuun dirqama.
Gaaffii qabdu? Nu quunnamaa
+251 967 726 049
+251 967 813 038
Sa'aatii 24/7
info@wabiifayyaa.com.et
Dandii Olii Irratti, Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Bira, Garaajii Tiyoo Fuula Duratti
Klinika Wabii Fayyaa iccitii odeeffannoo fayyaa kabaja. Odeeffannoon asitti guutamu beellama qofaaf fayyada. Yaaliin interneetii gorsa fayyaa bakka hin bu'u.
Marsariitiin kun yaala fayyaa hin kenniu. Gorsa fayyaa ogeessa irraa argachuun dirqama.